Pular para o conteúdo
Publicidade

Miikiyaasii Raagichaa 7:18,19

18 Kolbaa ifii worra lubbu’uun hafeef, ka cubbuu isaanii lakkisee, yakkaa isaanii araaramuuf, Waaqi akka keetii eennu? Ati marartii mudhisiisatti gammadda malee aari’iin haga bara baraa hin turtu. 19 Ati ammalle nu mararta; yakkaa teenna hin qulqulleessita; cubbuu teenna mara qilee abbaaya’aa keessa hin buutta7:19 Buutta: Yookiin buucha..

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.