Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 10

Miidhaa Dhufu

16 Yesuus itti dabalee, «Ani akka hoolotaa odduu yayyi’ii isin erga; maarre akka bofaa qaroolee, akka saphaliisaa gadhi-laafeyyii te’aa.

Veja também