19 Yennaa isaan dabarsanee isin kennanu ammoo, maan akka jettanu yookiin attam akka dubbattanu hin yaadina’a; yennuma san wonni dubbattanu isiniif hin kennanti. 20 Ayyaana Abbaa keessan ka ol-gubba’aatitti isin keessa jiraatee dubbata malee, isinii moti.10:20 Mar. 13:12; Luq. 21:16
Publicidade