Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 11

11 «Ani dhugaa isinitti hima, nama lafa irratti dhalate keessaa, ka Yohaannisii cuuphaa caaleeru eennulle hin jiru; Mootummaa ol-gubbaaa keessatti ammoo, ka mara caalaa diqqaatu isa hin caala. 12 Bara Yohaannisiin cuuphaan barsiisuu jalqabe irraa ka’ee haga ammaa mootummaan ol-gubbaaa hunnaan dhiibatiisatti jirti; worri itti galiisaaf dhiibatu hin fudhatan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também