Gara Kiyya Kowa’aa Foorfadha’a
25 Yennaa san Yesuus, «Abba’a, Goottaa ol-gubba’aa fi lafaa! Waan kana mara beekkole’ee fi qaroolee dhossitee, ijoollota didiqqo’otti11:25Ijoollee didiqqo’otti: Worra beekkumsa yookiin qarummaa hin qannetti waan mudhitteef ani si galateeffadha.