Publicidade

Mateus 11

28 «Isin worri ba’aa ulfaattuu ba’atee dadhabe marti, gara kiyya kowa’a, ani isin foorfachiisa. 29 Waanjoo11:29Waanjoo: Qambaraa kiyya fuudha’aatii ba’adhaa, ana irralle’ee baradha’a; ani nageellichaa fi ka ifi gad qabu; lubbuu teessaniif foora hin dhaggattan. 30 Waanjoon kiyya kaso’o, ba’aan tiyya sallo’o» jedhe.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-