Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 12

Barsiisoti Beessisa Gaafatte

38 Achiin duuba barsiisoti Seera Muuse’eetii fi Fariisaayoti gariin, «Barsiisa’a, nuuti akka ati beessisa nu dhaggisiittu barbaanna» jedhaneen. 39 Yesuus ammoo deebisee, «Dhalooti hama’aa fi gaarayyeeffataan beessisa gaafata, ammoo beessisa Yoonaasii raagichaa malee beessisi dhibiin hin kennamuuf. 40 Akkuma Yoonaasiin raagichi halkan sadii fi guyyaa sadiin gadhaa qurxummii guddichaa keessa ture; maarre Ilmi Namaalle halkan sadii fi guyyaa sadiin awwaala keessa hin tura.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também