Publicidade

Mateus 13

14 Maarre raagi Isaayaas dubbatte isaan irratti muummoweera; wonni raagamelle,

«Isin caqasiisa hinuma caqattan, ammoo hin hubattanu,

ilaaliisa hinuma ilaaltan, ammoo ijjumaa hin dhaggitanu,

15 qalbiin isaanii waan sigiddeef,

gurri isaanii hin dhage’u,

ilti isaanii dunuunfatteerti,

maarre isaan ila isaaniitiin hin ilaalanu,

gurra isaaniille’een hin caqasanu,

qalbii isaaniitille’een hin hubatanu, hin deebi’anullee,

anille silaa isaan hin fayyisaayyujedhe.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-