Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 13

Mammaassa Midhaan Sanaafici’ii

31 Yesuus mammaassa dhibii isaanitti mammaakee, «Mootummaan Waaqaa midhaan sanaafici’ii ka nami tokko fuudhee fichaa ifii keessatti facaase fakkaatti; 32 midhaan isi’ii midhaan mara caalaa diqqaata, yennaa guddatte ammoo waan ficha’atti facaafame mara caaltee muka teetee, sinbirreen dhuttee dameelee isi’ii keessatti mana ifii ijaarratti» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também