Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 13

47 «Ammalle, mootummaan ol-gubbaaa caccoo13:47Caccoo: Tiyyoo qurxummi’iin qabanu qurxummi’ii ta abbaaya’atti afanee qurxummii adda addaa duudii qadde fakkaatti; 48 caccoon yennaa guutte, isaan gara cina’aa harkisanee, gad tee’anee, qurxummii dadansaa saaxaraa keessa keyatanee, babadduu ammoo gatane. 49 Yennaa muummee biyya lafaalle akkasuma hin teeti. Ergantooti Waaqaa dhuttee worra hamoota worra balchoota irraa gargar baattee, 50 addee isaan bowaa ilkaan itti qaranu, qilee ibiddaatitti hin qolaansan» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também