Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 15

18 Wonni afaan namaatii bawu ammoo gadhaa irraa dhufa, wonni nama batteessulle kana.15:18 Mat. 12:34 19 Sababille Yaadi hamaan, ijjeesuun, gaarayyeeffatuun, sagaagaluun, hatuun, dharaan dhugaa bawuun, maqaa namaa balleessuun gadhaa namaa keessaa baya.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também