Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 16

Pheexroos Ebeluu Yesuusii Hime

13 Yesuus gara lafa qachaa Qiisaariyaa Filiphoosii bira yennaa dhaqe, barattoota ifiitiin, «Kolbaan Ilma Namaatiin eennu jetti?» jedhee gaafate. 14 Isaan deebisanee, «Gariin, Yohaannisii cuupha’asi’iin jedhan, worri dhibiin ammoo, Eliyaassi’iin jedhan, worri dhibiille, Ermiyaas yookiin raagota keessaa tokkosi’iin jedhan» jedhaneen.16:14 Mat. 14:1-2; Mar. 6:14-15; Luq. 9:7-8 15 Inni deebisee, «Isin hoo eennu anaan jettan?» isaaniin jedhe. 16 Simoon Pheexroos deebisee, «Ati Masiihii, Ilma Waaqa jiraata’aa ti» jedhe.16:16 Yoh. 6:66-69

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também