Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 17

20 Yesuus deebisee, «Waan dhugeeffannaan teessan diqqaatteef re! Ani dhugumaan isinitti hima, dhugeeffannaa haga midhaan sanaafici’ii adoo qabaattanee, gaara kanaan, Asii ka’ii achi deemi!yoo jettane, innille hin deema; wonni isiniif hin dande’anne hin jirtu. [ 21 Ka akkanaa kun daadimataa fi laamaan malee hin bawu» isaaniin jedhe.]17:21Woraabbiin durii durii gariin laakkossa kana hin qabu

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também