Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 18:1-5,10

Ka Caalu Eennu

1 Yennaa san barattooti gara Yesuusii dhufanee, «Mootummaa Waaqaa keessatti ka caalu eennu?» jedhaneen. 2 Inni daa’ima tokko waamee, isaan dura dhaabbachiisee, 3 «Ani dhugumaan isinitti hima, yoo hin jijjiiraminii fi deebitanee akka daa’immaanii hin te’in, isin ijjumaa mootummaa ol-gubba’aatitti hin galtanu. 4 Eennulle ka akka daa’ima kanaa ifi gad qabu mootummaa ol-gubba’aa keessatti mara ka caalu te’a. 5 Eennulle daa’ima akkasii maqaa kiyyaan ka fudhatu na fudhata.

Gara Cubbu’uu Ataabuu

(Mar. 9:42-48; Luq. 17:1-2)

10 Yesuus, «Ani isinitti hima, ergantooti Waaqaa ta ol-gubbaa jirtu, ta isaan eeddu yennaa mara fuula Abbaa kiyya ka ol-gubbaa jiruu waan ilaaltuuf, worra didiqqaa kana keessaa tokkocha akka hin tuffanne ifi eegadha’a. [

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.