21 Achiin duuba Pheexroos gara Yesuusii dhikaatee, «Gootta'a, obboleessi kiyya yoo na yakke, yennaa meeqa araaramaaf? Yennaa torbaa?» jedheen. 22 Yesuus deebisee, «Ani haga yennaa torbaatamii torbaa ti malee, haga yennaa torbaati si'iin hin jedhu.
Publicidade
Publicidade