Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 20

18 «Kunoo, nuuti gara Yerusaalemii ol bayiisatti jirra, Ilmi Namaa sooreyyii hayyootaatii fi barsiisota Seeraatitti dabarfamee hin kennama; isaanille yakkaa du’aa isatti muran. 19 Achiin duuba akka isaan itti taphatanee, dhaananee fannisanu worra Yihudoota hin te’initti dabarsanee isa hin kennan. Guyyaa sadeesso’ootitti du’aa hin ka’a» isaaniin jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também