Pular para o conteúdo
Publicidade

Mateus 21

15 Sooreyyiin hayyootaatii fi barsiisoti Seeraa waan baasaa ka inni godhe yennaa dhagganee fi ijoollee Galma Waaqaa keessatti, «Hosaa’inaa Ilma Daawitiitiif» jedhaa iyyitu yennaa dhaggane aarane. 16 Tanaaf Yesuusiin, «Ati waan ijoolleen tun jettu dhageettaa?» jedhane.

Yesuus, «Ee hin dhage’a; isin ijjumaa, Afaan ijoolle’eetii fi daa’immaan hootuutiin galata ifiif qopheeffatteka jedhu hin dubbinnee?» isaaniin jedhe.

Veja também