Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 22

24 «Barsiisa’a, Muuseen, Nami tokko adoo hin uumatin yoo du’e, obboleessi isaa niitii obboleessa du’ee san dhaalee, sanyii obboleessa ifiitiif dabarsuu tijedheera.

30 Yennaa worri du’ane ka’anu, isaan ol-gubbaatti akka ergantoota Waaqaa te’an malee, hin fuudhanu, hin heerumanu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também