37 Yesuus deebisee, « ‹Waaqa Goottaa keeti, gadhaa keeti tokkochaan, lubbuu teeti takkatti’iin, qalbii teeti takkatti’iin jaaladhu›. 38 Ajaji guddichi duraa isaa kana. 39 Lammeessoolle isuma fakkaata: ‹Ollaa keeti akka mataa keetii jaaladhu›.