37 Yesuus deebisee, « ‹Waaqa Goottaa keeti, gadhaa keeti tokkochaan, lubbuu teeti takkatti’iin, qalbii teeti takkatti’iin jaaladhu›. 38 Ajaji guddichi duraa isaa kana. 39 Lammeessoolle isuma fakkaata: ‹Ollaa keeti akka mataa keetii jaaladhu›. 40 Ajaja lamaan kana irratti Seerri Muuse’eetii fi barsiisi raagotaa marti hundeeffamaneeran» jedhe.
Publicidade
Wongeela Maatewoosii 22
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.