Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 23:23,24

23 «Barsiisota Seeraatii fi Fariisaayota kijiboole’e! Isinii aanne’e! Isin baala uddowaa adda addaa, waan akka bassobila’aa, dinbilaalaatii fi onkooshe’e23:23Onkooshe’e: Okoshee, kudhan keessaa tokko Waaqaaf hin kennitan, ammoo barsiisa Seeraa ka irra caalaa barbaachisu, waan akka muraa dhuga’aa, mararti’ii fi addatamaa lakkittaneertan. Isin waan saniille adoo hin lakkisin, wonni kun waan isin godhu’uuf maltane. 24 Isin sooreyyii balloota! Isin bookee waan untanu keessaa dhimbiiddanee baachan, gaala ammoo hin liqinsitan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.