28 Isaan woyaa isaa irraa baasanee woyaa diintuu itti uffisanee, 29 dameelee qore’eetiin kallacha hujanee mataa isaatitti keyane. Ulee harka isaa middichatti qabachiisanee, isa duratti jilbiiffatanee, «Mootii Yihudootaa, jiraadhu!» jedhaa itti taphatane.
Publicidade
Wongeela Maatewoosii 27
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.