Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 27

Du’a Yihuda’aa

3 Yihudaan isa dabarsee kenne, akka Yesuusitti murame yennaa dhagge, gaabbee meetii27:3Meetii: Yaadannoo 26:15 irratti kenname ilaali soddoma san sooreyyii hayyootaatii fi jaarsolee kolba’aatiif deebisee fidee, 4 «Nama yakkaa hin qanne dabarsee kenniisaan yakkeera» isaaniin jedhe.

Isaan ammoo, «Maanti nu dhibe ree? Haajaa keeti!» jedhane.

5 Yihudaan beesee san Galma Waaqaa keessatti qolaansee gatee, isaan biraa deemee, dhaqee ifi fannise.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também