33 Isaan addee Golgootaa jedhantu dhufane; «Golgootaa» jechuun «Addee buqqii mata’aa» jechu’u. 34 Isaan daadhii woyni’ii hadhoottu’uun makanee, akka unuuf Yesuusiif kennane. Inni afaaniin qabe malee, hin unne. 35 Yesuus fannisaneen duuba hixaa buufatiisaan woyaa isaa qoqoodamane.
Publicidade
Wongeela Maatewoosii 27
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.