Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 27

51 Yennuma san gollaan Galma Waaqaa keessaa gubba’aa haga gadii addee lamatti tarsa’e. Latti tachoote, rassaalle dadayya’e.

Veja também