59 Maarre Yoseef reeffa fudhatee, woyaa qoolaa qulqullu’uun maree, 60 goda awwaalaa haareya ta ifiif rassaa keessatti bocate keessa keye. Achiin duuba dhakaa guddaa balbala goda awwaalaatitti gangalchee, achii deeme.
Publicidade