Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 27

63 «Gootta’a, sobaalessi sun adoo jiruu, Guyyaa sadiin duuba deebi’ee ka’awaan inni jedhe nuuti hin qaabanna. 64 Tanaaf haga guyyaa sadiititti godi awwaalaa akka eegamu ajaji; kun te’uu dhabaannaan, barattooti isaa dhaqqanee reeffa hatanee fa’a, kolba’aan, Inni du’a keessaa ka’eerahin jedhan; sobi duuba irraa ka duraa caalaa hamaa te’a» jedhaneen.

Veja também