65 Philaaxoos, «Worra eegu fudhadha’aa dhaqa’aatii, akka beettanutti eegachiifadha’a» isaaniin jedhe. 66 Maarre isaan worra eegu woliin dhaqanee dhaka’atti chaappaa dhowanee, goda awwaalaa san eegisiisane.
Publicidade
Wongeela Maatewoosii 27
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.