18 Yesuus gara isaanii dhufee, «Baalliin duudiin ol-gubba’aa fi lafa irratti naaf kennanteerti. 19 Tanaaf gara gosa biyya adda addaa deema’aatii maqaa Abba’aa, maqaa Ilmaatii fi maqaa Ayyaana Woyyichaatiin isaan cuuphaa, barattoota tiyya godha’a.28:19 HuE. 1:8
Publicidade
Wongeela Maatewoosii 28
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.