19 Tanaaf gara gosa biyya adda addaa deema’aatii maqaa Abba’aa, maqaa Ilmaatii fi maqaa Ayyaana Woyyichaatiin isaan cuuphaa, barattoota tiyya godha’a.28:19 HuE. 1:8 20 Waan ani isin ajaje maralle akka eegatanu barsiisa’a. Anille yennaa mara haga muummee biyya lafaa isin woliin jira» isaaniin jedhe.
Publicidade
Wongeela Maatewoosii 28
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.