12 Inni eeddummee3:12Eeddummee: Ooddii ifii keessatti midhaan qulleessiisaaf horooroo harkatti qabateera; midhaan qulleessee gootara’atti hin galcha; hicaacee3:12 Hicaacee: Huura ammoo ibidda hin dhaanneen guba» isaaniin jedhe.
Cuuphamiisa Yesuusii
(Mar. 1:9-11; Luq. 3:21-22)