Pular para o conteúdo
Publicidade

Mateus 3

Cuuphamiisa Yesuusii

13 Yesuus yennaa san Yohaannisiin cuuphaan akka isa cuuphuuf gara laga Yordaanosii dhufe.

17 Ol-gubbaa irraa qoonqoon, «Kun Ilma kiyya jaalatama’a, ka ani guddoo isatti gammadeeru» jette.3:17 Dad. 22:2; Far. 2:7; Isa. 42:1; Mat. 12:18; 17:5; Mar. 1:11; Luq. 9:35

Veja também