Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 4

Yesuus Barattoota Jalqabaa Arfan Waame

18 Yesuus abbaayaa Galiila’aa qarqaraan adoo dabaruu, guurtuu qurxummi’ii ka te’ane obboleeyyan lamaan: Simoon ka Pheexroos jedhamee fi Indiryaasiin obboleessi Simoonii caccoo4:18Caccoo: Waan qurxummi’iin guuranu abbaaya’atti afanuun dhagge. 19 Yesuus isaaniin, «Na hordofa’a! Ani guurtuu namaa isin tolcha» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também