Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 4:4,7,10

4 Yesuus ammoo, «Barreeffam Woyyichi, ‹Jecha afaan Waaqaa keessaa bawu maraan malee, nami sagalee calla’aan hin le’u› jedha» jedhee deebise.

7 Yesuus deebisee, Barreeffam Woyyichi, « ‹Goottaa Waaqa keeti haga hin ilaalin› jedha» jedheen.

10 Yesuus deebisee, «Seexana, bayyadhu! Barreeffam Woyyichi, ‹Goottaa Waaqa keetiif sagadi, isa callaa tajaajili› jedha» jedheen.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.