Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 5

11 «Sababa kiyyaaf jettee yennaa kolbaan isin arrassitee, isin miitee, dharaan gurra isin balleessite gammmada’a. 12 Isaan raagota worra isiniin duraatuu akkasuma miidhane. Gatiin teessan ol-gubbaatti guddoo waan teeteef, gammada’aatii ilillisa’a» isaaniin jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também