44 Ani ammoo isinitti hima: diinota keessan jaaladha’a; worra isin miidhuufille daadimadha’a. 45 Tana yoo gootane ijoollee Abbaa keessan ka ol-gubba’aa hin teetan; inni aduu ifii worra hama’aa fi dansa’aafille hin baasa; worra balchootaa fi balchoota hin te’iniifille hin roobisiisa.
Publicidade
Wongeela Maatewoosii 5
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.