Marroo Laamiisaa
16 Yesuus, «Yennaa laantanu, akka worri kijibu tolchu fuula keessan hin addeessina’a6:16Hin addeessina’a: Hin shankalleessina’a, hin daalacheessina’a. Laamuu isaanii namooti akka dhagganuuf isaan ifi addeessan. Ani dhugumaan isinitti hima, isaan gatii ifii fudhataneeran.