Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 6

17 Ati ammoo yennaa laantu, fuula keeti dhiqadhu, mataa keetille iffadhu! 18 Tanaaf laamiisa keeti, Abbaa keeti ka addee dhokatte jiru qofatti beeka malee, worri dhibiin beekuu hin dande’u. Abbaan keetille, ka waan ati dhossa’aan hujju dhaggu, gatii teeti si’iif hin kenna» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também