Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Maatewoosii 6

25 «Tanaaf ani isinitti hima, jiruu teessaniif maan nyaanna, yookiin maan unna, yookiin marroo nafa keessanii, maan uffanna jettanee hin yaadina’a. Jiruun sagalee, nafi woyaa hin caaluu?

33 Dursa’aatii mootummaa Waaqaatii fi balchummaa isaa barbaada’a; tun martinuu isiniif hin kennanti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também