Publicidade

Mateus 6

3 Ati yennaa arjoontu ammoo, waan harki keeti middichi godhiisatti jiru harki keeti bitaachinuu hin beekin. 4 Maarre arjoom keeti dhossa’aan te’uu ti; Abbaan keeti ka waan ati dhossa’aan tolchitu dhaggu, gatii si’iif hin kenna.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-