Publicidade

Mateus 6

9 «Tanaaf, yennaa daadimattanu,

«Abbaa keenna ka ol-gubbaa jirtu,

Maqaan keeti woyyoomu;

10 mootummaan teeti dhuttu;

fedhiin teeti akkuma ol-gubbaatti teete,

lafalle’etti teetu.

11 Sagalee guyyuma guyya’aan nuu barbaachittu adha nuu kenni.

12 Akkuma nuuti worra nu yakkuuf araarannu,

yakkaa teenna nuu araarami.

13 Hamaalessa irraa nu eegi malee,

ataabe’etti nu hin galchin.

[Mootummaan, hunni, ulfinnille

baruma baraan keetuma. Ameen]jedha’a.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-04_23-13-58-