Karra Dhiphoo
13 «Karra dhipho’oon seena’a! Karaan gara badi’ii geessu badha’a; karrille badhoo waan teeteef, worri karra san seenu heddu’u. 14 Karaan gara jiru’uu geessu ammoo qadha’aa; karrille dhiphoo waan teeteef, worri karaa jiru’uu san dhaggatu diqqa’a» jedhe.