Mukaa Fi Midhaan Isaa
15 Yesuus itti dabalee, «Raagota dharaa irraa ifi eeggadha’a; isaan gubbaa irra hoolota fakkaatanee, gara keessan dhufan; keessi isaanii ammoo yayyii isin butattu. 16 Midhaan7:16 Midhaan: Waan isaan hujanuun isaaniitiin isaan beettan. Midhaan woyni’ii kom’olcha irraa, midhaan harru’uu waaccuu irraa hin guuranu.