Pular para o conteúdo
Publicidade

Mateus 7

Jara Lamaan Mana Ijaartu

24 Yesuus, «Nami jecha kiyya dhage’ee hujii irra oolchu namicha qaroo mana ifii rassaa irratti ijaarrate tokko fakkaatta. 25 Bokkeenni roobee, lolaan lola’ee, bubbeen bubbittee mana san dhiidde. Manni sun ammoo rassaa irratti waan ijaarameeruuf hin jinne.

Veja também