Publicidade

Mateus 7

Jara Lamaan Mana Ijaartu

24 Yesuus, «Nami jecha kiyya dhage’ee hujii irra oolchu namicha qaroo mana ifii rassaa irratti ijaarrate tokko fakkaatta. 25 Bokkeenni roobee, lolaan lola’ee, bubbeen bubbittee mana san dhiidde. Manni sun ammoo rassaa irratti waan ijaarameeruuf hin jinne.

26 «Nami jecha kiyya dhage’ee hujii irra hin oolchine namicha gowwaa mana ifii maansa irratti ijaarrate tokko fakkaata. 27 Bokkeenni roobee, lolaan lola’ee, bubbeen bubbittee mana san dhiidde. Manni sunille jigee akka malee butute» jedhe.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-