Baallii Yesuusii
28 Yesuus yennaa dubbii tana dubbatee fixe, gumiin barsiisa isaatitti baaseffatte. 29 Inni akka barsiisota isaanii ta Seera Muuse’ee adoo hin te’in, akka nama baallii qabuu tokko isaan barsiise.7:29 Mar. 1:22; Luq. 4:32