9 Isin keessa ilmi isaa daabboo yoo gaafate, ka dhakaa kennuuf eennu? 10 Yookiin qurxummii yoo gaafate, dhudhuufaa hin kennaafii? 11 Isin adoo worra hamaa teetanuu, ijoollee teessaniif waan dansaa kennuu eega beettanee, Abbaan keessan ka ol-gubbaa jiru, attam caalchisee, worra isa gaafatuuf waan dansaa kennuu dhaba ree!
Publicidade
Wongeela Maatewoosii 7:9-11
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.