Pular para o conteúdo
Publicidade

Naahomii Raagichaa 1:2,3

Waaqi Nanawwe’etti Mufate

2 Waaqi hinaatticha;

Mootii Waan Maraa ka haluulle bawu;

inni mufii jadduu ifiitiin

diinota ifii irratti balaa buusa.

3 Waaqi hunnaa guddoo qaba,

ammoo ariifatee hin aaru;

Yakkaamessa adabu male hin lakkisu.

Karaan isaa bubbe’ee fi danbalii keessa;

duumensi bukuu1:3 Bukuu: Yookiin awwaara. miila isaa ti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Naum
Ver todos os capítulos de Naum