14 Ani akka kolbaan sodaatte dhaggee, kolba’aa fi sooreyyii isaaniitiin, qondaalotalle’een, «Diinota keessan hin sodaatina’a. Waaqi guddaan sodaatamaan, worra keessaniif, ijoollee teessaniif, haadhotii manaa teessaniif, maatii teessaniif akka isiniif lolu qaabadha’a» jedheen.
Publicidade