Publicidade

Números 10

Kolbaan Kaatee Deente

33 Maarre kolbaan gaara Mootii Waan Maraa gaara Siina’aatii kaatee guyyaa sad ideente. Saanduqi Gondooroo Mootii Waan Maraa addee isaan itti qubatanu isaaniif barbaadiisaaf guyyaa sadiin san isaaniin dura deeme. 34 Yennaa isaan addee quttumaatii ka’anu, duumensi Mootii Waan Maraa guyyaa isaaniin gubbaarra deeme.

35 Yennaa Saanduqi Gondooro’oo ka’ee deemu mara Muuseen, «Ee Mootii Waan Maraa, ka’i! Diinoti keeti bittinnowanuu ti; nyaaphoti keeti si duraa baqatanuu ti» jedhaayyu. 36 Yennaa Saanduqi Gondooro’oo dhaabbatu mara Muuseen, «Ee Mootii Waan Maraa! Gara Israa’eloota kuma heddu’uu deebi’i» jedhaayyu.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-